Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Qabiyyeewwan animeeshinii ijoolleef Afaan Oromootiin qophaa'an afaaniifi guddina ummatichaa kan gitanii?

  2. Icciitiin atileetiin Itoophiyaa fi Keeniyaa maraatoonii sa'aatii lamaa gadiin akka galan dandeessise maalidha?

  3. Tomaas Aleen: Namni sagantaa irbaataa gazexeessitoota Waayit Haawus irratti dhukaasa bane eenyu?

  4. Iraan keessatti eenyutu ajaja kennaa jira?

  5. Ijoo

  6. Dhukaasa Waashingitan booda sodaa fi jeequmsa ture suuraan

  7. Waayee dhukaasa Tiraampiin sagantaa irbaataarraa baqachiisee maal beekna?

  8. Netaaniyaahuun waraanni isaa Hezbollaah irratti 'tarkaanfii cimaa' akka fudhatu ajaje

  9. Kuufamni yuraaniyeemii gabbatee Iraan qabdu meeshaa waraanaa nukilaraa omishuu dandeesisaa?

  10. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  11. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  12. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  13. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  14. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  15. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  16. Ijoo

  17. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  18. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  19. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  20. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe