Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  2. Loltuun Israa'el siidaa Durboo Maaramiitti tamboo afaan kaa'e dheekkamsa kaase

  3. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  4. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  5. Oduu Ijoo

  6. Biyyi ​​Islaamaa nukilera hidhattee, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu eenyu?

  7. Oduu ijoo

  8. US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise

  9. Jawwee hanga Waraabeessaa bineensota hamoo madaksee kan waliin jiraatu- Lij Yaared

  10. Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muude

  11. Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste

  12. Ameerikaan Ulaa Hormuuz irratti bidiruuwwaan waraanaa Iraan heddu dhabamsiise jette

  13. IJOO

  14. Biyyoota addunyaa bal'ina lafaa fi baayyina uummataan gurguddoo ta'an 7 kunneen beektuu?

  15. ''Haaloo ba'uuf qophaa'u...'' waanti amma lammilee Iraanitti yaaddoo ta'aa jiru maali?

  16. Tiraamp US dooniiwwan ugguraman Ulaa Hormuz keessa akka nagaan dabarsuu eegaltu ibse

  17. IJOO

  18. Biyyoota Galoo Galaanaatti wanti miidiyaa hawaasaarratti maxxansitan hidhaa ykn biyyaa ari'amuu akka hordofsiisu beektuu?

  19. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  20. Ameerikaan biyyoota Arabaaf meeshaa waraanaa akkami dhiyeessuuf jirti?