Ajjeechaa Giddaa Ayyaanaatti
Ajjeechaa Giddaa Ayyaanaatti
Maxxanfame
Haleellaa 'hidhattoota Faannoon' Giddaa Ayyaanaatti lubbuun darbuu jiraattonni himan.
Manaajarota baankii dabalatee bakka Tulluu Leencaa jedhamutti ajjeefamuu dubbatan.
Raayyaan Ittisaa imaltoota dabaalee osoo jiruu akkamiin kuni dhaqqabe?



