'Maafiyaa 120' eenyutu hooggana?
'Maafiyaa 120' eenyutu hooggana?
Maxxanfame
Waa'ee 'garee wambadee ykn maafiyaa 120' jedhamuun beekamaniifi Amboo keessatti socho'u dhiho ijoo dubbii ture.
Dhimmi isaanii yeroo ammaa seeraan qabamee Mana Murtii Olaanaa Godina Shawaa Lixaatti ilaalamaa jira.
Itti gaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Godina Shawaa Lixaa Obbo Dagaagaa Hundumaa waa'ee shakkamtoota kanaa BBC'tti dubbataniiru.
Waa'ee isaanii wantoota shan iyyaafanne kunooti.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa.



