Namni dhumaa gosa ganamaa bosona Amaazon waan hojjetaa ture keessaa

Namicha gosa dhumaa Amaazoon

Madda suuraa, FUNAI

Maxxanfame
Ibsa waa'ee viidiyoo, Hawaasa ganamaa jiruu duriitti cichan namni dhumaa du'eera. Maal hojjechaa ture?