Dhalanii gatuu dabalaa dhufeef sababni maali?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dhalanii bakkeetti gatuun dabalaa dhufeera. Aadaafi fedhiin guddiffachaa garuu hangas miti.
Maxxanfame