Waraana Tigraay waggaa lama guute taajjabdoonniifi jiraattonni maal jedhu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waraana Tigraay irratti jiraattoonniifi taajjabdoon maal jedhu?
Maxxanfame

Itoophiyaa naannoo Tigraayiitti erga waraanni eegalee amma waggoota lama guutuuf torban muraasa qofatu hafa.

Kanaan wal qabatee lubbuun namoota kuma hedduu badee, qabeenyaan biliyoonotaan lakkaa'amu barbadaa'eera.

Jiraattoonni naanniichaafi kanneen dhimma waraana kana itti dhiyeenyaan hordofanis waa'ee waraanaa kanaa kan himan qanu.

Viidiyoo kana doowwadhaa.