Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'

  2. Ajjeefamuun abbaa seeraa 'Sirna Haqaarratti haleellaa jabaa raawwatamedha'

  3. Vilaadmiir Puutin waliin fuulaa fuulatti wal argee mari'achuun barbaada- Zeleniskii

  4. Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan

  5. 'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'

  6. Waldhabdeen Tiraampiifi Neetanyaahuu marii Iraan danqaa?

  7. Dhimma filannoorratti atakaaroo keessa kan jirtu Somaaliyaatti, masaraa mootummaa dhiyootti dhukaasni dhaga'ame

  8. Gamtaan Afrikaa fi IGAD waa'ee filannoo Itoophiyaa maal jedhan?

  9. WBO uggura geejjibaa filannoo gufachiisuuf labsuu hime kaase jedhe

  10. Patiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Itoophiyaa fi WBOn ajjeechaa Arsiirratti yaada kennan

  11. US buufatashee viizaa Afrikaa heddu cufte, kan Finfinnee garuu itti fufa

  12. Filannoo marsaa 7ffaa Itoophiyaa kaleessa gaggeefame akkamiin xumurame?

  13. Kantiibaan Finfinnee ummanni madda aangoosaa kan ta'e sagaleesaa qisaasessuu hin qabu jedhan

  14. Qophiin ummanni keenya sirna ofii ijaarrachuuf qabu adda -MM Abiy

  15. Waancaa Addunyaa 2026: Ramaddii, sagantaa taphaafi qabxii kallattiin

  16. Tiraamp maaliif Turkiin 'Waliigaltee Abrhaam'tti akka makamtuuf dhiibbaa gochaa jiraa?

  17. IJOO

  18. Waa'ee Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa qabxiilee ijoo shan