Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Qabxiilee ijoo shan MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dubbatan

  2. J-20A: Xiyyaara Chaayinaa waraana qilleensarraa addunyaa jijjiiraa jiru

  3. Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf

  4. Bulchiinsi yeroo Tigraay walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin godhame "kan ta'uu hin qabne ture" jedhe

  5. US Iraan haleelti taanan guutummaa naannichaatti waraanatu ka'a- Ayaatolaa Kameenii

  6. Israa'el maaliif mootummaan Iraan akka kufuuf Tiraamp amansiisuuf yaaltii?

  7. Haala Itoophiyaa keessa jiru itti dhiyeenyaan hordofaa' akka jiru UN ibse

  8. 'Waamicha marii Gamtaan Afrikaa taasise nan fudhadha'- TPLF

  9. Haleellaa Israa'eliin Gaazatti namoonni heddu du'uu hordofee Masrii fi Kaatar ibsa baasan

  10. Kuuliin seenaa dheeraa qabu fayyaafi miidhaginaaf faayidaa akkamii qaba?

  11. 'Naannoon Somaalee duraan waraanaa fi walitti bu'iinsaan beekamu har'a qe'ee nagaa fi misoomaa ti' - MM Abiy Ahmad

  12. Naannoo Tigraay haleellaa diroonii bakkeewwan sadiitti raawwatameen namni tokko du'uu poolisiin ibse

  13. Daangaa naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaar gidduutti walitti bu'iinsi uumamuu KMNI mirkaneesse

  14. Waa'ee diroonii addaa Raashiyaa Itoophiyaan tibbana mul'iftee waan beeknu

  15. Mootummaan federaalaafi TPLF haala naannoo Tigraay hammeessuurraa akka of qusatan Gamtaan Afrikaa gaafate

  16. Gareen 'boodatti hafaa kun meeshaalee waraanaa gurguddaa gara naannolee Affaariifi Amaaraatti butaa jira'

  17. Poolisiin Booranatti turisitii 'birrii naakenni' jedhee kadhate hidhaan adabame