Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Hogganaan Olaanaa Iraan eessa jiru? Maaliif ummatatti hin mul'anne?
Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan maaliif waraanaan Iraan hin tumsine?
Ijoo
'Intalakoo bakka guddaatti utuun eegu wiilchariirratti najalaa hambisan'
''Haleellaa meeshaa jabaa'' Gadaamii keessa raawwateen maaltu ta'e?
'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte
Hogganaa Olaanaa Iraan: Waraana, aangoofi qabsoo itti aanu
Buufanni waraanaa Ameerikaa gurguddoon Baha Giddu Galeessaa keessa eessa jiru?
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise?
'Ani akka gargaartuutti, abbaan warraakoo akka shofeeraatti waliin daldallee sooromne'
Kooriyaa hanga Koongoo: Dubartii Oromoo loltoota Ameerikaa du'a oolchite - Aster Ayyaanaa
Pirezidantiin Iraan maaliif dhiifama gaafatan?
Gudunfaa:
Qonnaan bultonniifi daldaltoonni Itoophiyaa buna qaban dafanii gabaaf akka dhiyeessan gaafataman, maaliif?
Tiraamp biyya Iraanitti aantee "ajandaa" isaati jedhamte Kuubaatti maal gochuu danda'a?
WBO'n gabaasa Aministii 'qorannoo kufaa, agarsiistuu loogiiti' jechuun fudhatama dhabsiise
Tarsiimoon Iraan damdamachuu fi sodaatamuu fakkaata - balaas ni qaba
