Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. US fi Iraan maalirratti waliigalan, maaltu hafa?

  2. Waloo Jaarsoo Waaqoo: 'Namni kun osoo Oromoo fi Oromiyaaf boowuu itti wareegame'

  3. IJOO

  4. Pireezidantiin Somaaliilaand daawwannaa hojii jalqabaan Israa'el galan

  5. Fifa'n murteessaa kubbaa miilaa Somaalii kaffaltii Waancaa Addunyaa guutuu isaa kennuufi

  6. Maqaan Tiraamp gamoo Wiirtuu Keneedii irraa akka ka'uu dhaddachi ajaje

  7. Tiraamp US fi Iraan Dilbata waliigaltee mallatteessu jedhe, Iraan yeroo irratti shakkii uumte

  8. Manni Maree Isteeta US injifannoo Adawaa yaadachuuf guyyaa ramade

  9. Ijoo

  10. Eloon Maask tiriiliyeenara addunyaa isa jalqabaa ta'e

  11. US maaliif Odola Kaarg qabeenya Iraan taaterra ijashee godhattee?

  12. 'Qe'een kiyya manca'us harka kennee Gadaa hin lakkifne'- Bu'aa ba'ii Abbaa Gadaa Goobana Hoola

  13. Sawud Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa afur 'fannistee' ajjeeste, 1600'f dhiifama goote

  14. Wixineen seeraa TPLF baase du'aan adabsiisu Tigraayitti yaaddoo uume maalidha?

  15. Haati warraa Artist Haacaaluu Hundeessaa waa'ee badhaasa 'Hachalu Award' baranaa maal jette?

  16. 'Duraanis araara labsaan ture, hamman lubbuun jiruttis araarattin amana'- Yaayyaa Bashir

  17. Baajanni manni maree ministeerotaa barana dhiyeesse waa'ee diinagdee Itoophiyaa maal akeeka?

  18. Murteessitootni Afrikaa Waancaa Addunyaa 2026 akka taphachiisan filaman eenyu fa'i?

  19. Dirooniin galaanarraa garee balallii helikoptera waraanaa Ameerikaa kuftee baraarte

  20. Bajanni mootummaa federaalaa Itoophiyaa bara 2019 birrii tiril. 2.3 akka ta'u dhiyaate