Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. ABO-WBO, waa'ee hidhattoota namoota nagaarra miidhaa geessisuun himatamanii maal jedhe?

  2. Dadammaqiinsa hawaasa horsiisee bulaatiin kan yaadatamu Aabba Boruu Dhaddachaa eenyu?

  3. Paastariin 'Salaale biyya falfalaa' jechuun barbaadamaa jiran Ameerikaatii ni deebi'uu?

  4. Pirezidaantiin jalqabaa Oromiyaa waggaa 27 booda biyyatti galan Obbo Hasan Alii maaliin yaadatamu?

  5. Paarlaamaan Aljeeriyaa koloneffannaa Faransaay yakka jechuun labse

  6. 'Gaambeellaatti kaleessa qofa namoonni 100 ol rasaasaan dhahamanii yaalamaa jiru'

  7. Birriin Itoophiyaa akka addunyaatti dadhabaadha jedhamuun lammiilee biyyattiif hiikaa akkamii qaba?

  8. Itoophiyaatti harki guutummaatti balaadhaan citee ture akkamiin walitti deebi'e?

  9. Poolisiin paastarii hawaasa 'Salaale arrabse' jedhe seeratti dhiheessuuf

  10. Itoophiyaatti Labsiin gibira qabeenyaa haaraan qabeenya gosa akkamiifaa irratti kaffalchiisa?

  11. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa hundeessite ala teessee ilaaluurraa yoom itti hirmaatti?

  12. Itoophiyaafi Keeniyaan michummaa caalatti cimsachuuf waliigalan

  13. Ameerikaan biyyoota 30 keessaa maaliif dippiloomaatotashee ofitti waamte?

  14. Atileetiin Itoophiyaa si'eessituun walqabatee waggaa sadiif adabamte eenyu?

  15. 'Giriinlaand kan Ameerikaa ta'uu qabdi' jechuun Tiraamp ergamaa addaa muudan

  16. 'Hidhattoonni mootummaatti harka kennataniifi namoota nagaa ajjeesaa, saamaa turan seeraan nuuf haa gaafataman'- Jiraattota

  17. Naazraawwit kan Chaayinaatti hidhaa to'annoo cimaa keessa jirtu maalitti jirti?

  18. MM Abiy Ahimad waa'ee tiktookaroota hidhamanii maal dubbatan?

  19. Namni ajjeechaa Aadde Adaanach kumsaan shakkame to'atameeraa?

  20. 'Gambeellaatti humnoonni nageenyaa gahaan atattamaan bobbaafamuu qabu' - KMNI