Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Taateewwan yaadatamoo Itoophiyaa, Afrikaa fi Addunyaa bara 2025

  2. Negelleetti loltuun duraanii haadhasaa haala sukaneessaan 'ajjeesuun' qoratamaa jira

  3. Israa'el irraa beekamtii biyyummaa kan argatte Somaalilaand akkamiin Somaaliyaarraa adda baate?

  4. Itoophiyaan namoota TikTok fi YouTube irraa waggaatti birrii miiliyoona lamaa ol argatan gibira kaffalchiisuuf

  5. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?

  6. Harargeetti dubartii soddaasheerratti 'falfala' hojjetterratti murteen darbe

  7. Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?

  8. Kutaa Firaa: Aadaa gosti nama gochaa aadmalee hojjete harcummeen reebu

  9. WBO ji'a darbe maaliif abbootii alangaa Oromiyaa akka bute ibse

  10. Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?

  11. 'Dammekoo daabee tooraa' jechuun kan beekame Abbabaa Abbashuu akkamitti sirba lagate?

  12. Infuleensaroonni lamaanuu milkaa'aa jiru, isaan keessaa garuu ishee tokkotu nama

  13. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe

  14. Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?

  15. Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru

  16. Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

  17. Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe

  18. Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?

  19. Duulli Ameerikaan garee ISIS irratti eegalte maali?

  20. Waliigaltee Ameerikaan Itoophiyaa dabalatee kaan waliin mallatteessisaa jirtu maaliif falmii kaase?