Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Pirezidaantii dulloomaa addunyaa takkaa filannoo mo'amee hin beekne
Aayyoon hidhattoota Faannoon butamanii 'qalamuuf albeen nadura kaa'ame' jedhan akkamiin bahan?
Badhadhinni hoggantoota "kuma saddetii olirratti" tarkaafii fudhate, naannoleen jijjiirama hoggansaa taasisan
'Akka qeerroo Madagaaskaar goona'- dargaggoota aangoo dheeraffachuu Pirezidantii Jibuutii morman
Huutiin dhalattuu Itoophiyaa sagaggalummaan himatee waggoota shaniif hidhe gadhiise
Yoo bofti isin hidde lubbuu keessan oolfachuuf maal gochuu qabdu?
Raashiyaan akkamiin egeree nukilaraa Afrikaaf abdii taate?
Itoophiyaa waan sadiitu ishee barbaachisa: Nagaa, misoomaafi ulaa galaanaa - Fiild Maarshal Birahaanuu Juulaa
Baqataan Itoophiyaa miidhaa saalaa raawwate dogoggoraan mana hidhaatii bahe poolisii UK'n adamfamaa jira
Himata shororkeessati hanga Ameerikaa, bu'aa ba'ii jireenyaaf hojii aartii- Artist Jaafaar Yusuuf
Itoophiyaan ibsa waloo Gamtaan Awurooppaa Masrii waliin bishaan Abbayyaa irratti kenne mormite
Itoophiyaan gabaasa Baankii Addunyaa 'Itoophiyaatti hiyyummaan dabaluu danda'aa jedhuuf deebii kennite
Pirojektiin Itoophiyaatti qonnaan bultootaafi boba'aa xiyyaaraa walitti hidhuuf deemu maali?
'Filannoon dura 'mootummaan rakkoo nagenyaa biyyatti furuu qaba' Prof Mararaa Guddinaa
Xaanaa Fooramiin bara kana gaggeeffamu maal irratti xiyyeeffata?
Muftii Olaanaan Sa'uudii tibbana muudaman eenyu? Aangoon kun hangam murteessaadha?
Yewubdaar Li'ul: Shamarree tiyaatiraan eenyummaa Oromoo beeksisuuf hojjechaa jirtu