Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaan ibsa Gamtaan Awurooppaa erga mormite booda, yeroo jalqabaaf fooramii waloo taa'an

  2. Waltajjiin Masirii fi Sawudiin durfamu Itoophiyaa Galaana Diimaarraa fageessuuf jiruu laata?

  3. Tiraamp Naayijeeriyaatti ajjeechaa Kiristaanota irratti raawwatame jedhameef tarkaanfii waraanaa fudhachuuf doorsisan

  4. Qorataa baadiyyaa Horroo Guduruu irraa hanga beekamtii idil-addunyaatti gahe

  5. Filannoo Taanzaaniyaa 'dhibbaatami ajjeefaman' irratti Saamiyaan mo'atan

  6. Obboleessa Jaarraa Abbaa Gadaa biyyaa baqatee amma namoota beekamoo Ameerikaa wal'aanu

  7. TPLF dubbii MM Abiy tibbana paarlamaa irratti dubbataniif deebii kenne

  8. 'Macaafni Qulqulluu macaafa sagadaa malee kan nagadaa ta'uu hin qabu'

  9. Waa'ee haleellaa Godina Arsii tibbanaa lubbuu galaafate maal beekna?

  10. Ortodoksiin mootummaan 'mirga lubbuun jiraachuu lammiilee akka mirkaneessu' gaafatte

  11. US godaantota Itoophiyaa Yamanitti ajjeefteef beenyaa kanfaluu qabdi- Amnestii Internaashinaal

  12. Yeroo Itoophiyaa waliin muddamni cimetti Masriin Ertiraa bira dhaabatte

  13. Ertiraan ejjennoo Itoophiyaan Galaana Diimaarratti qabdu tibbana ibsaa jirturratti deebii kennite

  14. UN muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jiruuf maaltu fala jedha?

  15. Itoophiyaan baqataa UKtti miidhaa saalaan adabame gadhiifte

  16. UAEn Itoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduutti lafa qonnaa bitachaa jirti, maaliif?

  17. 'Warri seexana waaqessan mucaa koo miidiyaa hawaasaarratti argatan, ishee baraaruuf humna dhabe'

  18. Itoophiyaan beekamtii walabummaa waggoota 30 dura Ertiraaf kennite haquu dandeessii?

  19. 'Na maleen kaansarii siyaasa Oromooti'- Seenaa Jimjimoo

  20. 'Ertiraa waliin yoo lolli ka'e waan ta'uuf deemu ifadha' - MM Abiy Ahimad