Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Paartiin Obbo Getaachoo Raddaa sirrafamni yoo hin taasifamne filannorratti hin hirmaadhu jedhe

  2. Namichi hidhatee qe'ee Tiraamp humnaan seene ajjeefamuu Tajaajilli Tikaa ibse

  3. Yaaddoo waraanaa Tigraayitti cimeen dhiphanne - Jiraattota

  4. Humna waraanaa fiixee Somaalee hanga Mitsiwwaa tiksu ijaarreerra - MM Abiy

  5. Barattoonni Iraan mootummaarratti mormii gaggeessaa jiru

  6. Namoota ragaa sobaan baankota Birrii Mil. 89 kasaarsan to'achuu Poolisiin beeksise

  7. Ogeessa ijoollummaatti doktara lubbuusaa baraare wajjin onnee waldhaanaa jiru

  8. Fayyisaa Leellisaa balaa konkolaataa mudateefi odeeffannoo bahanirratti deebii kenne

  9. Tiraamp sanadoonni waa'ee UFOfi qaamolee hin beekamne samii keessa jiru jedhaman akka ba'an gochuuf

  10. Harargee Lixaa: Kantiibaan duraanii ummata goyyomse akkamiin hidhaa cimaan adabame?

  11. Hayilee Fidaa: Maqaa Qubee Afaan Oromoofi siyaasa ammayyaa keessatti hin dagatamne

  12. Waamicha nagaa MM Abiy Wallaggatti dhiyeessaniif WBO deebii 'garaarraa miti' jedhu kenne

  13. MM Abiy ummata yaaddoo keessaa baasuuf jaarsoliitti amaanaa kennatan

  14. 'Finfinneen Afrikaaf Dubaay ishii haaraa taateetti' - Afrikaanonni waa'ee Itoophiyaa maal jedhu?

  15. Dhimmoonni ijoon MM Abiy fi Pirezidant Erdowaan kaasan maal fa'i?

  16. Loltoonni Ameerikaa maalif gara Naayijeeriyaatti bobbaafaman?

  17. Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa

  18. Pirezidantiin Turkii dur cuunfaa loomiifi saliixii gurguraa turan eenyudha?

  19. Girmaa Waaqee gorsaafi hoji-gaggeessa Daandii Qilleensaa Yugaandaa ta'uun muudaman

  20. Icciitii Itoophiyaan turistoota addunyaan akka filatamtu taasise maalidha?