Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Baajatni Peentagon waraana Iraaniif gaafate falmisiisaa ta'e

  2. Itoophiyaanonni viizaa Ameerikaa argachuuf hanga dolaara kuma 15 akka qabsiisan gaafatamuuf

  3. Dubartiin daa'immanshee lakkuu laga Waabeetti gatuun reeffisaanii akka hin argamne goote adabamate

  4. MM Abiy pirezidantii Raashiyaa Puutin waliin dhimmoota waloorratti mariyachuu himan

  5. MM Abiy boba'aan qusannaan akka fayidaarra oolu hubachiisan

  6. Gatiin geejjibaa magaalaa Finfinnee birrii shanii hanga 20'tti dabale

  7. Waraana Iraan irraa biyyootni waa buufatan eenyu? Kanneen miidhaman hoo?

  8. MM Abiy sababa waraana US-Israa'el Iraan waliin gaggeessaa jiraniin muuddama keessa kan jirtu UAE daawwachaa jiru

  9. Aanaaleen Oromiyaa ergaan akeekkachiisa balaa kennameef isaan kami?

  10. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  11. Dhimmi MM Abiy Ministira Dhimma Alaa US Ruubiyoo waliin mari'atan maali?

  12. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  13. 'Intalakoo bakka guddaatti utuun eegu wiilchariirratti najalaa hambisan'

  14. ''Haleellaa meeshaa jabaa'' Gadaamii keessa raawwateen maaltu ta'e?

  15. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii saddeet maaliif dubartoota qofan balaliise?

  16. 'Ani akka gargaartuutti, abbaan warraakoo akka shofeeraatti waliin daldallee sooromne'

  17. Kooriyaa hanga Koongoo: Dubartii Oromoo loltoota Ameerikaa du'a oolchite - Aster Ayyaanaa

  18. Qonnaan bultonniifi daldaltoonni Itoophiyaa buna qaban dafanii gabaaf akka dhiyeessan gaafataman, maaliif?

  19. WBO'n gabaasa Aministii 'qorannoo kufaa, agarsiistuu loogiiti' jechuun fudhatama dhabsiise

  20. 'Miseensonni WBO dubartoota gabroomfataa, gareenis gudeedaniiru' - Amnastii Intarnaashinaal