Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Google YouTubeimaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.

Pirezidantiin US ganama kana erga dhohinsi magaalaa guddoo Iraan teehraan keessatti dhaga';amee booda US keessatti miidiyaa hawaasaa Truth Social irratti viidiyoo tokko gadhiiseera.
Tiraamp maal jedhe?
Pirezidantiin US Iraan gonkumaa meeshaa waraanaa nukilaraa qabaachuu hin qabdu, kanaafidhaa kan Operation Midnight Hammer sagantaa nukilaraa Foordoo Nataanz, fi Isfahaa kan haleellee turreef kanaafidha jechuun ibse.
Televizhiniin mootummaan IRNA fi kan gariin kan mootummaa ta'e, ISNA news agency, miiidiyaalee haleellaa saayibariin butaman fi tamsaasaf danqaman keessaayi.
Rakkoon kun appilikeeshinoota Oonlaayinii Iraan keessaas mudachaa jira.
BBC Monitoring verification akka mirkaneeffatetti, websaayitiin miidiyaa IRIB News, miidiyaa Eegdota Warraaqsaa Iraan kan ta'eTasnim fi Fars news agencies, Mehr fi ISNA miidiyaaleen jedhaman tamsaasi isaanii hin mul'atu.