Tapahattoonni lamaanuu Aston Viladhaaf qaalidha. Taphattoonni lamaan kun Aston Viillan bara kana Shaampiyoons Liigii irratti akka hirmaatu gochuuf gaheensaanii guddaadha.
Waatkiins kaleessa tapha Aston Viilan Seeltik 4-2 mo'aterratti galchii lakkoofsiseera.
Leenjisaan kilabichaa Uunaa Emireen tapha kana booda Waatkiins Arsenaalitti akka hin gurgurre dubbatee ture.
Dhimmicha kan hordofaa turan abbaan seeraa Siidiinii Istaayiin, osoo murticha hin dabarsiin dura ''kana jechuukootti dhiifamni naaf haa taasifamuutii, yeroo ta'een booda nama siyaasaa malaamalaa ta'anii ture'' jechuusaanii michun BBC Amerikaa CBS gabaaseera.
Meenendeeziin murticha osoo hin simatiin dura wayita mana murtichaarratti haasaa taasisan bohunsaanii barameera.
Gaazexessitoonni mana murtichaa akka ibsaniitti, ''Maatiikootiin alatti warran kan kooti jedhuun hunda dhabeera. Tokkoon tokkoo guyyaa anaaf adabbiidha'' jedhan.
Miseensa paartii Dimikiraatii kan turan ilmi Meeneendiizi, Roob Meeneendeez fi intallii saanii gaazexessituun MSNBC, Alishiiyaa Meeneedeez abbaasheetiin duuba mana murtichaa keessa teessee turte.
Kana malees namoonni dhimma aanga'aa duraanii kanaan wal qabateen lama irratti Roobii darbe murteen darbeera.
Abbaan qabeenyaa riil isteetii Niiw Jeersii keessaa fi seenaatara kanaaf warqee fi maallaqa callaa kennuun himame, Fireed Daaybees hidhaan waggaa torbaa fi doolaarri miiliyoona 1.75 itti murtaa'e.
Himatamaan gara biraa Meeneendiz fi mootummaa Masrii jidduu riqicha ta'u tajaajileera kan jedhamuun himatame, Waa'el Haanaa kan jedhamu lammiin Masrii-Ameerikaa fi nama daldalaa ta'eetti hidhaan waggaa saddeetiif i adabbii doolaara miiliyoona 1.25 itti murtaa'era.
Meenendeez irra deddebiidhaan gochiicha hin raawwannee jechuun haaluudhaan alattis murtee irratti dabarfame irratti ol iyyannoo dhiheeffachuuf karoorfachuutu dhagahame.
Seenaatarri koree quunnamtii alaa dursaa turan kunis baatii Hagayya darbe keessa mana mareetii gadhiisanii ture.
Haata'u malee, poolisiin qorannoon gaggeesseen himannaa dubartii tanaa kan garmalee qoodamee fi dhima eegumsa nageenya Joohor Baahruu irratti marii umee kun kan hin mirkanoofne ta'uu ibse.
Johor Baahru daandii guddaa tilmaamaan kiiloo meetira tokkoo dheeratu kan fiixee kibba Maaleeziyaa fi kaaba Singaapoor walitti hidhu irratti argamti.