“Jaalalli umurii arguuf ykn lakkaa’uuf ija hin qabu. Jaalalli
waan nama lama gidduutti dhalatudha. Nama umuriin isaa waggaa 100 ol ta’eefi nama
umuriin isa giddu-galeessaan seeraa hayyamamuuf ol ta’e gidduuttiyyu uumamuu
danda’a,” jechuun BBC Newsday Programme’tti hime.
Bara 2009 hanga 2018’tti pirezidantii Afrikaa Kibbaa kan
ture Zumaa fi Mootichi Miswatii amma karaa gaa’elaatiin firoomaniiru.
Shakkamtoonni biroon jiraachuu wantonni agarsiisan kan hin
jirre ta’uu himuun, ummanni suurawwan taatee kanaa miidiyaa hawaasaarratti akka
hin baasneef kadhataniiru.
Namoonni Karoliinpilatz fi Bireeyinartirees, akkasumas
jiraattonni naannoo sanaa ykn waajiraaleen gamoowwan bakka sanaa keessa jiran hundi
namni akka gadi hin baaneef itti himameera.
Waan ture “adda baasuuf” hojjechaa kan jiru poolisiin
shakkii hin taane keessa galuu akka hin qabnes akeekkaciiseera.