Qondaalli Israa'el namoonni Hamaasiin butaman hanga Jimaataatti hin gadhiifaman jedhan

Dameen UN Filisxeemitti dhimma buqqaatotaa irratti hojjetu Unrwa deeggarsa qaqqabsiisuuf guyyaan afur gahaa mitii jedhe

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

  2. Ajjeechaa gogeessota Gadaan booda jila guddaaf qophaa'aa kan jiru Gadaan Karrayyuu maal keessa jira?

  3. Gaachana gaafa rakkoo kan jedhamu Agarii Tulluu akkamiin yaadatama?