Qondaalli Israa'el namoonni Hamaasiin butaman hanga Jimaataatti hin gadhiifaman jedhan
Dameen UN Filisxeemitti dhimma buqqaatotaa irratti hojjetu Unrwa deeggarsa qaqqabsiisuuf guyyaan afur gahaa mitii jedhe
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Chaayinaan lakkofsa ummataa ishee guddisuuf gibira guddaa Kondomiirra keesse
Bara 2026: Dhaha ykn kaalaandarii biyyoota addunyaa garaagaraa keessatti
Dirooniin Ameerikaa 'MQ-9A Riipar' diroonii balaafamaa addunyaa maaf jedhame?
Adeemsi araaraa Andu'aalamii fi maatii Qananii akkamiin gufate?
Taayyee Danda'aa dhimma kaateenaan walqabatee mana murtiitti osoo hin dhiyaatiin hafe
UAE fi Sa'uudiin Yaman keessatti wal dhaban
Taateewwan yaadatamoo Itoophiyaa, Afrikaa fi Addunyaa bara 2025
Lakkoofsi loltoota Raashiyaa waraana Yukireenirratti du'anii yeroo kam caalaa maaf dabalaa dhufe?
Negelleetti loltuun duraanii haadhasaa haala sukaneessaan 'ajjeesuun' qoratamaa jira
Israa'el irraa beekamtii biyyummaa kan argatte Somaalilaand akkamiin Somaaliyaarraa adda baate?
Itoophiyaan namoota TikTok fi YouTube irraa waggaatti birrii miiliyoona lamaa ol argatan gibira kaffalchiisuuf
Ameerikaan irra deebiin Iraan haleeluu barbaaddii?
Tiraamp adeemsi Gaazaatti dhukaasa dhaabuu marsaa lammeessoo saffisaan akka eegalu abdii qabaachuu hime
Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?
Haleellaa diroonii mana jireenyaa Puutin irratti gaggeeffame jedhame keessaa harka hin qabu jette Yukireen
Harargeetti dubartii soddaasheerratti 'falfala' hojjetterratti murteen darbe
Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?
Chaayinaan Taayiwaan akeekkachiisuuf naannoo daangaatti shaakala waraanaa eegalte
Kutaa Firaa: Aadaa gosti nama gochaa aadmalee hojjete harcummeen reebu
