Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Yukireen loltoonni isparmii kaffaltii malee akka keewwatan gaafachaa jirti

  2. Namoota ragaa sobaan baankota Birrii Mil. 89 kasaarsan to'achuu Poolisiin beeksise

  3. 'Bulchiinsi Tiraamp hogganaa Iran Ali Kameni fi ilmasaa ajjeesuu irratti mari'ataa jira'- Gabaasa

  4. Ogeessa ijoollummaatti doktara lubbuusaa baraare wajjin onnee waldhaanaa jiru

  5. Tiraamp abbootii murtii taarifa isaa kuffisan arrabsuun, taarifa haaraa %10 kaa'e

  6. Fayyisaa Leellisaa balaa konkolaataa mudateefi odeeffannoo bahanirratti deebii kenne

  7. Tiraamp sanadoonni waa'ee UFOfi qaamolee hin beekamne samii keessa jiru jedhaman akka ba'an gochuuf

  8. Harargee Lixaa: Kantiibaan duraanii ummata goyyomse akkamiin hidhaa cimaan adabame?

  9. Hayilee Fidaa: Maqaa Qubee Afaan Oromoofi siyaasa ammayyaa keessatti hin dagatamne

  10. Iraan xalayaa ariifachiisaa akeekkachiisa cimaa qabu UN'tti ergite

  11. Waamicha nagaa MM Abiy Wallaggatti dhiyeessaniif WBO deebii 'garaarraa miti' jedhu kenne

  12. Waraanni US hanaga Sambatatti Iraan irratti haleellaa rawwachuu maluuf 'qophii xumure'- Miidiyaa US

  13. MM Abiy ummata yaaddoo keessaa baasuuf jaarsoliitti amaanaa kennatan

  14. 'Finfinneen Afrikaaf Dubaay ishii haaraa taateetti' - Afrikaanonni waa'ee Itoophiyaa maal jedhu?

  15. Dhimmoonni ijoon MM Abiy fi Pirezidant Erdowaan kaasan maal fa'i?

  16. Loltoonni Ameerikaa maalif gara Naayijeeriyaatti bobbaafaman?

  17. Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa

  18. Girmaa Waaqee gorsaafi hoji-gaggeessa Daandii Qilleensaa Yugaandaa ta'uun muudaman