Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ergamni US-Israa'el Ali Kaamenii ajjeesuu ji'ootaaf karoorfamaa ture akkamiin milkaa'e?

  2. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  3. Waggoota 37'f Iraan kan bulche, Ayaatolaah Ali Kameenii, eenyu ture?

  4. Niwu Yoorkitti baqataa qaro-dhabeessi aangawoota immigireeshiniin gatamee du'ee argame

  5. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  6. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  7. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  8. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  9. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  10. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  11. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  12. Seenaa Iraan biyya Shi'aa: Bara Peershiyaa jedhamtu irraa hanga har'aatti

  13. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  14. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  15. Instagram ijoolleen akka ittiin of ajjeessan gafatu taanaan maatiif akeekkachiisa akka ergu beeksise

  16. Dubartiin turtiin hawaarraa waa'ee Dachee hedduu ishee barsiise himti

  17. MM Abiy daawwataa kan jiran, Azarbaajaan, biyya akkamiiti?