Dubartoonni maal jedhu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartoonni maal jedhu?
Dubartoonni maal jedhu?
Maxxanfame

Itoophiyaatti dubartoonni 55% abbaan warraa haadha warraa reebuuf sababa gahaa qabaachuu amanu jedhame.

Kan kana jedhe qorannoo Tajaajilli Istaastiksii Itoophiyaa taasisedha.

Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa!