Gameeyyii Afrikaa sadan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gameeyyii Afrikaa sadan
Gameeyyii Afrikaa sadan
Maxxanfame

Qabsaa'ota buleeyyii Afrikaa seenaan yaadatuun walbaraa.

Kuwaame Nikurumaah, Tomaas Sankaaraa fi Paatris Lumuumbaa mee haa kaafnu.

Lumuumbaan ilkaan isaa warqii tokko malee reeffi isaas akka hin argamne beektuu?