Finfinneen 'magaalaa guddoo Oromiyaa'

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Finfinneen 'magaalaa guddoo Oromiyaa'
Maxxanfame

Magaalaan Finfinnee magaalaa guddoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa taate heera mootummaa keessatti akka tumamu yaadni murtoo dhihaate.

Akkasumas itti waamamni isheemmoo mootummaa federaalaaf akka tahu kan dhihaate Marii Biyyaalessaa Itoophiyaarrattidha.

Dhimmi Finfinnee dhimma yeroo dheeraaf falmii kaasaa turedha.