Bara haaraa Itoophiyaa 2015 suuraaleedha

Maxxanfame

Barri 2014 darbee bara haaraan wayita seenu, abaaboon daraaree siddis yoo biqiluu, ganni bacaqii darbee birraan yoo eegalu, namaa loontu gammada. Kana qabuus kan hin qabnees guyyaa ALI Fulbaana tokko kabajee ooluuf asiifi achi jedha. Mee isin attamiin kabajattanii dabarsitan? Suuraalee jala bultii Fulbaana tokkoo lafa gabaatii walitti qindeessine kunooti.

Daraaraa birraa keessa daraaru
Ibsa waa'ee suuraa, Daraaraa
Daraaraa keelloo
Ibsa waa'ee suuraa, Daraaraa keelloo
Hafaafi hindaaqqoo
Ibsa waa'ee suuraa, Hafaafi hindaaqqoo
Nama hooloota oofee deemu
Ibsa waa'ee suuraa, Nama hooloota oofee deemu
Killee gabaa irratti
Ibsa waa'ee suuraa, Killee
Birraan seenee yoo lafti leellisuu urgaan manaa alaa ni geedarama
Ibsa waa'ee suuraa, Birraan seenee yoo lafti leellisuu urgaan manaa alaa ni geedarama
Indaanqoon killee malee gaafa ayyaanaa hin dhiyaatu
Ibsa waa'ee suuraa, Indaanqoon killee malee gaafa ayyaanaa hin dhiyaatu
Hundu humnuma qabuun waa bitatee ayyaana oola
Ibsa waa'ee suuraa, Hundu humnuma qabuun waa bitatee ayyaana oola