Bara haaraa Itoophiyaa 2015 suuraaleedha

Maxxanfame

Barri 2014 darbee bara haaraan wayita seenu, abaaboon daraaree siddis yoo biqiluu, ganni bacaqii darbee birraan yoo eegalu, namaa loontu gammada. Kana qabuus kan hin qabnees guyyaa ALI Fulbaana tokko kabajee ooluuf asiifi achi jedha. Mee isin attamiin kabajattanii dabarsitan? Suuraalee jala bultii Fulbaana tokkoo lafa gabaatii walitti qindeessine kunooti.