'Hojiirra taanaan nama hin hamattu' - Aaddee Rihmat Ibraahim

Maxxanfame

Aadde Rihmat Ibraahim waraana naannoo Tigraayitti mudate baqachuun erga Sudaan galanii booda amma gara Keeniyaatti imaluun hojii harkaa hojjachuun ijoolleesaanii sadii waliin jiraatu. Kunoo dowwadhaa.