Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Barataa Yunvarsiitii Saayinsiifi Tekinoloojii (AASTU) boqqolloorraa wiskii hojjete
Maxxanfame
Maqaan isaa Ermiyaas Waaqshuumaa jedhama. Yunivarsiitii Saayinsiifi Tekinoloojii Finfinneetti (AASTU) barataa damee barnootaa Kemikaal Injinariing waggaa afraffaati.
Boqqolloorraa biiraafi wiskii hojjedheera jedha.