'Hojiirra taanaan nama hin hamattu' - Aaddee Rihmat Ibraahim

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Hojiirra taanaan nama hin hamattu'
Maxxanfame

Aadde Rihmat Ibraahim waraana naannoo Tigraayitti mudate baqachuun erga Sudaan galanii booda amma gara Keeniyaatti imaluun hojii harkaa hojjachuun ijoolleesaanii sadii waliin jiraatu. Kunoo dowwadhaa.