Irreecha: Shamarreen Irreecha bara 2016 irraa lubbuun hafte maal himti?
Maxxanfame
Kana ayyaan Irreechaa kan namoonni bakkeewwan garaa garaatii irratti walgahuun jaalalaafi midhaginaan kabajamuudha.
Haa ta'u malee mudannoo ayyaana bara 2016 irratti ittiin lubbuu namoota hedduu galaafate kan yeroo hunda yaadatamuudha.
Shammarreen Ireecha 2016 irratti lubbuun oolte yaadannoo ishee nuuf qoodeetti.
