Irreecha Hora Finfinneerratti namooni hirmaatan maal jedhu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Irreecha Hora Finfinneerratti namooni hirmaatan maal jedhu?
Maxxanfame

Irreechi baranaa(2020) namoota muraasaan kabajameera.

Namoonni har'a Irreecha Hora Finfinneerratti hirmaatan miira wal-makaa qabu.

Kaansaanii lakkoofsi namaa daangeffamee namni muraasni argamuutti ni gaddu. Kaan ammoo koronaavaayirasii ofirraa ittisuuf tarkaanfii fudhatameedha jechuun gammadu.

Yaada namoota kunneen akkanaan qindeessineerra.