Koronaavaayira: Yeroo Covid-19 kanatti wantoota korojoo keessan keessaa dhabuu hin qabne afran
Maxxanfame
Weerara Covid-19 of irraa ittisuuf malootni fayydamnu adda adda jiru.
Yeroo kanatti wantoonni barbaachisuu of biraa ykn korojoo ofii keessa qabaachu qabnu afran maali?
Daraartuu Amaloo isinitti ni himti.


