Koroonaavaayiras: Waa'ee Covid-19 haga ammaa maal beekna?
Maxxanfame
Koroonaavaayiras namni vaayirasichaan qabame tokko yoo haxxiffatu ykn qufa'u, akkasumas bakka gororri bu'e tuqnee, harka keenna faalameen ija, funyaaniifi afaan keenya oggaa tuqnu qilleensi faalame gara keessa keenyatti yoo galu darba.
Viidiyoo kana keessatti gaazexeessituun BBC Daraartuu Amaloo wantoota beekuu qabnu nutti himti.