Kabaja Masqalaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti suuraadhaan

Maxxanfame

Ayyaanni masqalaa kaleessa lammilee Itoophiyaa hordoftoota amantaa kirisaanaa biratti kabajameera. Haala kabaja ayyaana kanaa ilaalchisees suuraalee Finfinnee, Adigiraat fi Bahidaaarii akkasumas Keeniyaa magaalaa Naayirootii kan walitti qabne kunooti.

Magaalaa baahir Daari

Magaalaa Baahir daariitti wayita xomboroon gubatu
Kabaja ayyaana masqalaa magaalaa Naayiroobiitti taasifame irraa
Ijoollee kabaja ayyaanichaarratti argman keessaa
Hirmaattoota ayyaanichaa magaalaa Baahir daar irraa

Magaalaa Finfinnee

Finfinneetti seensa gara lafa damaraan itti qophaa'ee
Ayyaanichi magaalaa finfinneetti wayita kabajametti
Namoota finfinneetti kanaja masqalaarratti argaman keessaa kan fardaan hirmaatan
Sirna kabaja masqalaa magaalaa Finfinnee

Kabaja Masqalaa Naayiroobiitti

Naayiroobi bataskaana Madaanalamiitti kanabjame
Sirna kanaja masqalaa Naayiroobiitti gaggeefameen faarfattoonni wayita faaruu dhiyeessan
kabaja ayyaana masqalaa Naayiroobiitti wayita xomboroon gubatu
Keeniyaatti ambaasaadarri Itoophiyaa Mallas Alam ayyanicharratti haasaa taasisaniiru
Kabaja ayyaanichaa Naayiroobiitti gaggeefameerratti daa'imman illeen hirmaataniiru

Magaalaa Adigraat

Ayyaana masqalaa magaalaa Adigraatiitti
Ayyaana Masqalaa Adigiraatiitti kabajameerratti dhalattoonni gosa Kumaanaa aadaa sirbaa agarsiisaniiru