Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  2. Waggoota 37'f Iraan kan bulche, Ayaatolaah Ali Kameenii, eenyu ture?

  3. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  4. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  5. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  6. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  7. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  8. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  9. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  10. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  11. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  12. MM Abiy daawwataa kan jiran, Azarbaajaan, biyya akkamiiti?

  13. Tarkaanfiin Yunivarsiitii Salaalee isa 'Salaaleetti aannanirra bishaan warshaatu qaalidha' jedhamu jijjiiraa?

  14. Malli boca fuula dubartootaa ittiin miidhagsan jiraa? Odeeffannoo miidiyaa hawaasaarraa arginu hangam dhugaadha?

  15. Kamiseetti doktarri haala hin baramneen dhiigasaa arjoomuun lubbuu deessuu baraare maal hima?

  16. Murtee Mana-maree Federeeshinii falmii guddaa kaaserratti eenyu maal jedhe?