Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan irra deebiin Iraan haleeluu barbaaddii?

  2. Tiraamp adeemsi Gaazaatti dhukaasa dhaabuu marsaa lammeessoo saffisaan akka eegalu abdii qabaachuu hime

  3. Manni Maree Nageenyaa UN walgahii arifachiisan dhimma Somaaliyaa maal murteesse?

  4. Harargeetti dubartii soddaasheerratti 'falfala' hojjetterratti murteen darbe

  5. Sochiin Israa'el Itoophiyaaf abdiimoo yaaddoodha? Masriifoo?

  6. Chaayinaan Taayiwaan akeekkachiisuuf naannoo daangaatti shaakala waraanaa eegalte

  7. Kutaa Firaa: Aadaa gosti nama gochaa aadmalee hojjete harcummeen reebu

  8. WBO ji'a darbe maaliif abbootii alangaa Oromiyaa akka bute ibse

  9. Manni Maree Nageenyaa UN dhimma Somaalilaandiif walgahii ariifachiisaa waame

  10. Itoophiyaan biyya Israa'elitti aantee Somaalilaandiif beekamtii kennitu ta'uu dandeessi?

  11. Halkan edaa Raashiyaan Kiivirratti haleellaa jabaa raawwatte, Zeleniskiin waamicha dhiyeesse

  12. 'Dammekoo daabee tooraa' jechuun kan beekame Abbabaa Abbashuu akkamitti sirba lagate?

  13. Infuleensaroonni lamaanuu milkaa'aa jiru, isaan keessaa garuu ishee tokkotu nama

  14. Gamtaan Afrikaa beekamtii biyyummaa Somaaliilaandiif kennamu kamiyyu hin fudhadhu jedhe

  15. "Osoo haatikoo summii na nyaachisuuf jettuun irra bahe..." Hundi keenya xiqqo xiqqoo 'maraachaa' jirraa?

  16. Viidiyoon gabaabaan daa'ima waggaa jahaa akkamiin jireenya maatii jijjiire?

  17. Dargaggoo moosaajii qubee Afaan Oromoo 'Qubee Kids' tibbana akkaan leellifamaa jiru duuba jiru

  18. Israa'el ifatti Somaalilaandiif beekamtii biyyummaa kennite

  19. Haleellaa naannoo Kibba Lixa Itoophiyaa bakka albuudaa sadiirratti raawwatameen lubbuun namootaa darbe

  20. Maallaqni BRICS doolaraan dorgomuuf karoorfame maalirra gahe?