Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  2. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  3. Ijoo

  4. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  5. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  6. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  7. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe

  8. Haati warraa barnootaafi galiin yoo caalan abbootiin warraa hundi gammaduu?

  9. Himatawwan haaraa sadeen Obbo Taayyeerratti banamanii turan adda citan

  10. Loltuun Israa'el Libaanositti siidaa Yesuus Kiristoos burruusaan mancaase adabame

  11. Seenaa dubartoota gurraachaa qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii hodhuu irratti gaggeeffame

  12. Iraan-Hormuuz- Humna galaanaa fayyadamuun ulaa cufuun hangam milkaa'a?

  13. TPLF bulchiinsa yeroo diiguuf murteessuu hordofee jiraattonni naannoo Tigraay maal jedhan?

  14. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan fi US xumuramuuf jedha, maaltu itti aana?

  15. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaara Boeing 787 jaha biroo ajaje

  16. Gamtaan Awurooppaa Itoophiyaaf deeggarsa bajataa kennuu eegale

  17. Mana muuziqaafi abbaa mana muuziqaa Finfinneetti walfaana du'anii dagataman