Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Jawwee hanga Waraabeessaa bineensota hamoo madaksee kan waliin jiraatu- Lij Yaared

  2. Manni Maree Tigraay diigamee ture Dabratsiyooniin Pirezidantii gochuun muude

  3. Itoophiyaan himannaa Sudaan dirooniin Itoophiyaarraa ka'e Kaartuum haleele jechuun dhiheessite kuffiiste

  4. Bulchaan Maalii bakka ministira ittisaa tibbana ajjeefameetti of muude

  5. Gamoowwan Abbaan Jifaar jaarraa tokkoon dura Jimma taa'anii Makkaatti ijaarsisan amma maalirra jiru?

  6. ''Iraan yoo 'adaba hin godhattu' ta'e haleellaa itti deebifna''- Tiraamp

  7. Buufatni xiyyaaraa filatamaa jedhamu kan akkamiiti? Booleen sadarkaa kam irra jira?

  8. Ameerikaan lakkoofsa loltoota Jarmanii qabdu keessaa 5,000 hir'isuufi

  9. Baqataan Itoophiyaa Ameerikaatii ari'ame Kaameroon seene

  10. Waraanni Kaaba Itoophiyaatti yoo ka'e wantoota ijoo shan mudachuu malan

  11. Arsiitti ga'eessa haadha warraatiin qaamni saalaa guutuutti irraa murame deebi'ee hodhameef

  12. Itoophiyaan ajjeechaa lammiileerratti Afrikaa Kibbaatti raawwate balaaleeffatte

  13. Birriin dogongoraan herreega baankii nama biraa irratti galchitan siniif deebi'amoo hin deebiyu?

  14. Gabaasi HRW baqattoota Itoophiyaa 65 Sa'uudiitti du'a eeggataniif birmannaa gaafatu maal qabateera?

  15. Jeneraal Taaddeseen "aangoo hin dabarsu taanaan dogoggora ta'a" -TPLF

  16. Leenjisaan Tigist fi Yoomiif injifannoof gahan, Gammadoo Daddafoo eenyu?

  17. Kopheen 'baalarra salphatu' atileetonni riikardii addunyaa ittiin cabsan maali?

  18. Qabiyyeewwan animeeshinii ijoolleef Afaan Oromootiin qophaa'an afaaniifi guddina ummatichaa kan gitanii?

  19. Icciitiin atileetiin Itoophiyaa fi Keeniyaa maraatoonii sa'aatii lamaa gadiin akka galan dandeessise maalidha?

  20. Lubni Guddinaa Tumsaa Boojjii Dirmajiitti siidaan isaanii eebbifame eenyu?