Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Namni ajjeechaa Chaarliin shakkame yakka raawwachuu hiriyaa isaatti dubbate

  2. Ifa Boruu: Manneen barnoota bultii addaa Ifa Boruu fi bu'aa waggoota afurii

  3. Hidhi Abbayyaa xumurame, Masriin si'achi Itoophiyaa maal gochuu malti?

  4. Barattoonni Dodolaafi Amboorraa akka biyyaatti qabxii olaanaa fidan maal jedhu?

  5. Maraatoonii Tookiyoo irratti atileetonni Itoophiyaa medaaliyaaf eegaman maaliif adda kutanii bahan?

  6. Dargaggoon Oromiyaa keessa naanna'uun rifeensa namoota rakkatanii sirreessu waa'ee hojiisaa maal hima?

  7. Barattoota qormaata kutaa 12ffaa qoraman keessaa 8.4% darban - Pirof. Birhaanuu

  8. ''Warqii nan dhabe jedhee yaaduu hin barbaadu'' - Atileet Tigist

  9. Hiriira deeggarsaa Hidha Abbayyaaf Finfinneetti bahameerratti maaltu jedhame?

  10. Buufanni niwukilaraa Itoophiyaan ijaartu kan akkamiiti?

  11. Linkolnii Hanga Joon F Keneediitti: Seenaa ajjeechaawwan siyaasaa US

  12. Tiraampin baqachuu: Lammiilee US Kaanaadaatti koolugaltummaa gaafachaa jiran

  13. Dorgommii Atileetota Itoophiyaaf Keeniyaa Shaampiyoonaa Addunyaa irratti eegamu

  14. Marii 'Ijoollee Naayil' kan egeree waloo biyyoota yaa'a Laga Abbayyaa cimsuurratti fuulleffate

  15. Tiraamp murteen Baayiden Itoophiyaarratti yeroo Waraana Tigraay dabarsan akka itti fufu ajajan

  16. Pirezidanti Tiraamp fi Chaarlii Kirki akkamiin hanga kana michooman?

  17. Atileet Dirribee Waltajjii dorgommmii atileetiksii addunyaa Jaapaanitti akka hin hirmaanneef dhorkamte

  18. Waa'ee nama Chaarlii Kiirk ajjeese jedhamee hanga ammaatti maal beekna?

  19. Himanni itti aanaan pirezidantii Sudaan Kibbaa wal waraansa akka kaasu sodaatamu maali?

  20. Pirezidaantiin duraanii Biraazil Bolsonaaroon hidhaa waggaa 27'n adabaman