Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp mariisistoonni marii nagaa Gaazaa murteessa ta'e hatattamaan akka jalqaban gaafatan

  2. Qonna Itoophiyaa araada xaa'oon qabamee fi fedhii dabalaa dhufe Daangooteen furuu malaa?

  3. Irreecha Hora Harsadee suuraan

  4. Itoophiyaan himannaa Masriin ''Hidhi Haaromsaa Sudaanitti balaa lolaa uume'' jechuun dhiheessite kuffiste

  5. Deebiin Hamaas waliigaltee Gaazaa irratti kenne murteessaa tahus- qabxiileen hafan jiru

  6. Jala bultii Irreecha Hora Finfinnee 2025 suuraan

  7. MM Abiy Ahmad waa'ee Irreechaa maal jedhan?

  8. Sadarkaan gahumsaa WHOn kaa'e Itoophiyaan milkeessuun diqisiifannaa argatte maali?

  9. MM Abiy ijaarsi warshaa boba'aa, xaa'oofi oomishni gaazii uumamaa jalqabamuu beeksisan

  10. Sidaamaatti 'dubartoonni surree uffachuu hin qaban' jechuun namoonni qoccollaa saalaan shakkaman hidhaman

  11. Masriin lolaa Sudaan mudateef Itoophiyaa himachuu booda biyyoonni lamaan Poort Sudaanitti walargan

  12. ABO-WBO waa'ee hidhattoota tibbana Horroo Guduruutti harka kennatanii irratti deebii kenne

  13. Sirni awwaalcha namoota 36 balaa bataskaana Minjaaritti mudateen du'anii raawwatame

  14. Itoophiyaan liqaa deebisuu irra deebiin mijeessuurratti investeroota waliin marii jalqabde

  15. Haleellaa diroonii Kaaba Wallootti buufata fayyaarratti gaggeeffameen namoonni nagaan du'an

  16. Galaana Diimaarratti waraanni ka'uun 'waan hin oolledhaa?'

  17. Hidhattoonni 'WBO' Horroo Guduruu Wallaggaa akkamiin harka kennachuun galan?

  18. Itoophiyaan dubbii Masiriin dhimma Hidha Haaromsa Mana-murtii Idil-addunyaattin geessa jetteef deebii kennite

  19. 'Buqqaatiin sababa misooma koriidarii 'fedhii abbootii qabeenyaa daangesse'- Ameerikaa

  20. Finfinnee Durii fi Amma: Kitaabni Hayyootni 14 qorannoon tumsanii barreessan maal hima?