Bear bile kun waggootii dheeraaf qorichaa aadaa Chaayinaa keessatti kan fayyadamamuu yoo ta’u dhangala’aan kun bineensi kun utuu lubbuun jiru kan keessaa cuunfamudha.
Ta’us garuu qorichi aadaa kun koronaavaayirasii ittisuuf ni gargaara kan jedhuuf ragaan kamuu akka hin jirreefi adeemsi ittin dhangala’aa kana ittin argataniif bineensota kana hedduu kan miidhudha.
Balalliiwwan kunneen hedduunis kan jidduu
Islaamaabaad fi Landan, Maanchistar, Barminghaam fi Toroontoo deddeebii’u akka ta’e
dhaabbatichi BBC Paakistaaniif mirkanesseera.
Biyyattiin kana dura wayita biyyattii sochii uggurtee turteetti
torbaan lama dura beeksiisa yeroo gabaabaatiin balaliinsa dhaabdee turte.
Maatiiwwan Biritish hedduun Paakistaan keessatti danqamanii kan
turan yoo ta’u, mootummaan UK akka biyyatti isaan deebiisuuf waamicha taasisanii
turan.
Namni tokko kan NHS keessa hojjatuu BBC’tti akka himeetti, atattamaan gara biyyaa deebii’uun hiriyyotasaa Liivarpuulitti argaman gargaaruu
barbaada jedhe.