Hamaas waliigaltee kana yoo fudhachuu dide ''xumurri isaa baayyee
gaddisiisaa ta'a'' jechuun Tiraamp Waayit Haawusiin alatti gaazexeessitootatti
hime.
Karoorri kun lola dhaabuu, booji'amtoota Israa'el deebisuufi
"Boordii Nagaa" idil-addunyaa Gaazaa bulchuuf gargaaru uumuu kan of
keessatti hammate yoo ta'u, kunis MM duraanii UK Toonii Bileer kan hammatu ta'a.
Darbees ammoo kupheen kunneen mana keessatti bakka qophaa'eef walitti kuufamanii yeroo taa'an hangam akka fooliin isaa mana ukkaamsu tilmaamuun nama hin dhibu. Kun kan mana nama hundumaa keessa jirudha jechuun ni danda'ama.
Qorattoonni Indiyaa lama dhimmi kun dhimma ajaa kophee osoo hin taane dhimma saayinsii ta'uu isaa murtoorra gahan.
Jarri kun ajaan foolii kophee akkamitti akka bakkaafi akkaataa kophee mana keessa itti kaawannu qorachuu jalqaban. Kana gochun qorannoo qoosaa fakkaatuufi nama kofalchiisu garuu bu'aa gaarii qabu kanatti seenan. Jalqaba bakka kophee kaawwatanirraa ka'an.
Godinichatti ji'a tokkoo as hidhattoonni 160 ol meeshaa isaanii hiikkatanii mootummaatti harka kennataniiru jedhan bulchaan godinichaa Obbo Mirreessaa Fiixee.
Dhiyeenya godinicha keessa socho'aa kan turee fi garee tokko hogganaa akka ture kan himamu Faqqadaa Abdiisaa meeshaa isaa hiikkachuun galuu ibsamee ture.
Bulchaan godinichaa Obbo Mirreessaa Fiixee ''ji'a tokkoon dura kan gale garee Faqqadaati. Amma kan gale garee Yaaddessaati. Yaadessaan hogganaadha. Miseensota isaa fudhatee gale,'' jedhan.
Obbo Mirreessaan waggoota lamaa fi sadan darban waamicha mootummaa dhagahauun hidhattoonni hedduun gara qabsoo nagaatti deebi'anii jiru jedhan.
Iraan dhimma kanaaf deebii hin kennine. Mootummaan biyyattii amma dura ibsa kenneen adabbii du'aa kan hojiirra oolchaa jiru ''yakkoota baayyee hamoo ta'an qofaaf'' hime.
Wiixata darbe Iraan nama Israa'eliif basaasuun shakkamu irratti addabbii du'aa raawwatteetti. Namni kun bara kana namoota Israa'eliif basaasuun shakkamanii haadaan ajjeefaman keessaa 11ffaadha.
Torbee darbe Amaniistii Internaashinaaliifi dhaabbatni mirgaaf falmu biraan Iraan Humaan Raayitiits jedhamu ibsa baasaniin bara kana hang ammaatti qofa namootni ajjeefaman 1,000 ol ta'uu galmeessuu ibsaniiru.
Bara darbe guutuu kan adabbii du'aan ajjeefaman namoota 975 turan.
MM duraanii UK Toonii Bileer karoora nagaa 'ija jabinaan ta'e' kana simatan
Madda suuraa, Getty Images
Ministirri Muummee Biriteen duraanii, Toonii Bileer karoora nagaa bulchiinsi Tiraamp kaa'e ilaalchisee waan dubbatan BBC amma argateera.
Karoorri kun kan ''ija jabinaan ta'eefi ogummaa qabudha'' jechuun ibsan Bileer.
Itti dabaluunis, karoorichi "waraana kana xumuruudhaan, Gaazaaf boqonnaa hatattamaa fiduun, ummatasaatiif ammoo kan carraa egeree ifaa fi fooyya'aa fiduu, akkasumas kan nageenya guutuu fi waaraa Israa'elii fi namoota butaman hundi akka gadhiifaman mirkaneessuu dandeessisudha" jedhan.
Bileer karoorri kun waraana gara waggaa lamaatiif gaggeeffamaa ture kana xumuruudhaaf ''carraa hunda caalaa gaarii'' ta'uu dubbatan.
Amma nu gahe, Yaadni Waayit Haawus dhiyeesse Hamaas qaqqabeera - madda BBC
Maddi FIlisxeem kan marii dhukaasa dhaabuu kana beeku tokko BBC'tti akka himetti, yaadni nagaa qabxii 20 qabu Waayit Haawusin dhiyaatee kun qondaaltota Hamaasiif kennameera.
"Aangawoonni Kaataarii fi Masrii karoora Waayit Haawus waraana Gaazaa xumuruuf basee kana qondaaltota Hamaas Dohaatti argamanitti dabarsaniiru" jedha maddi Filisxeem kun.