Kaayyoon tarsiimawaa US Iraan keessatti qabdu 'goolabamuutti dhiyaateera' -Tiraamp

Pirezidant Doonaald Tiraamp waraana Iraan ilaalchisee Waayit Haawus keessatti ibsa kenneen Kaayyoon tarsiimawaa US Iraan keessatti qabdu 'goolabamuutti dhiyaateera' jedhe.

Guduunfaa

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

ASHAMAA! Tamsaasa kallattii jalqabneerra.