Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse
Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Sooriyaan yaaddoo addunyaa miti - Dursaa finciltootaa Ahimad al-Shaaraa
Israa'el kufaatii Asaadiin booda Lafa Sooriyaa humnan qabatte bal'isuuf karoorfatte
Qondaalonni US finciltoota Sooriyaa injifatan waliin 'kallattiin dubbachaa' jiru
Israa'el Sooriyaa haleeluu akka dhaabdu qondaalli UN gaafatan
Finciltoonni magaalota Sooriyaa to'achaa jiran eenyudha?
Finciltoonni Sooriyaa Aleeppoo gartokkoon to’atan
Netaaniyaahuu irratti hidhaa osoo hin taane murtee du'aatu darbuu qaba - Ayaatolaa Kameenii
Beerut haleellaa qilleensarraa Israa’el hamaan rukutamte
Haleellaa Israa'el Libaanositti raawwatteen hojjettoonni lubbuu baraaran 15 ajjeefaman
MM Israa'el Netaaniyaahuun ministira ittisaa Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'uu hordofee mormii guddaan ka'e
Iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee bahe ?
Ajjeechaa hogganaa Hamaas Yaahiyaa Sinwaar irratti eenyutu maal jedhe?
'Israa'el USn ni dhageessi garuu murtee ofii fudhatti'- Waajira Netaaniyaahuu
Baqattoonni 45 ol qarqara Jibutiitti galaanatti darbatamanii du'an Itoophiyaanota ta'uun mirkanaa'e
'Iraan keessaa bakki Israa'el qaqqabuu hin dandeenye hin jiru' - Netaaniyaahuu
Mootummaan Itoophiyaa meeshaa waraanaa Somaaliyaatti fe’amuun yaaddahuu ibse
Lammiin Israa'el Netaaniyaahuu akka ajjeesuuf 'Iraan qacarte' to'atame
Guduunfaa
Baha Giddu Galaatti muddamni hammaannan US doonii waraanaa garas ergite