Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Buufataalee nikulaara Iraan haleeluun balaan qabaatu maal fa'i?

  2. 'Tehraan bareedduu Gaazaa akka taatu hin godhiinaa': Lammiilee Iraan yaadda'an

  3. Waraanni Israa'el xiqqaafi hammayyaa'aan Iraan guddittiin lolu hanga ammaa maal galmaan geesse?

  4. Hoseen Salaamii: Dursaan garee eegdota Warraaqsa Iraan Israa'eliin ajjeefaman eenyu?

  5. Waayee haleellaa Israa'el buufataalee Nikularaa Iraan hanga ammaa maal beekna?

  6. Israa'el doktara Gaazaa tokko jalaa ijoollee sagal ajjeeste

  7. Tiraamp, Ameerikaa fi Iraan walii galtee niwukilaraarra ga'uuf ta'uu himan

  8. Tiraamp qoqqobbii Sooriyaarra kaasan, hogganaa biyyattii waliin wal arguuf

  9. Israa'el Kaataar marii Gaazaa irratti 'gama lachuun taphachuu akka dhiiftu' gaafatte

  10. Misaa'ela haara Israa'el yeroo jalqabaaf waraana Gaazaatti fayyadamte

  11. Haleellaa US mooraa baqattoota Afrikaa Yaman jiru irratti raawwatteen 68 du'an

  12. Israa'el waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuun Beeruut irratti haleellaa qilleensaa raawwatte

  13. Hospitalli Gaazaa hojjataa jiru tokkichi Israa'eliin haleelamuun himame

  14. Erga rokkeetiin itti dhukaafame booda Israa'el Libaanos haleelte

  15. Israa'el haleellaa haaraa Gaazaa irratti banteen namoonni 400 ol du'an

  16. Tamsaasa kallattii

  17. Israa'el Filisxeemota hidhaarraa gadhiisuu yeroo hin beekamneef tursiifte

  18. Tiraamp Masrii fi Joordaan lammiilee Filsxeem Gaazaa keessaa akka baasaniin barbaada jedhan

  19. Tiraamp pirezidantii Ameerikaa ta'un addunyaaf hiika akkamii qaba?

  20. Baayidan meeshaa waraanaa doolaara biil. 8 baasu Israa'elitti gurguruuf