Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise

  2. Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste

  3. 'Nama wayii dhoofne' - Xiyyaarri daandiirra akkamiin nama ajjeese?

  4. Waraana US fi Israa'el Iraan irratti banan: Lola tokkicha gareen lachuu injifanne jedhan

  5. Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?

  6. Askum 'Magaalaa Qulqullittii' jedhee moggaasuun seerota kana ibsan baasuu Sinoodoosiin Tigraay ibse

  7. Wantoota samiirra bololi'anii fi ifa samii: Ragaaleen Peentaagon gadhiise waa'ee UFO maal nutti hime?

  8. 'Tehraan uggura ji'a afurii damdamachuu dandeessi' -CIA

  9. Dhaabbilee boba'aa hanga baankotaa- kaampaanota waraana Iraan irraa biliyoonota buufatan

  10. 'Pirezidantii lama Tigraayitti' - TPLF si'achi maal godha? Mootummaan maa callise?

  11. Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale

  12. Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa

  13. Gujiitti ogeessi fayyaa namni inni wallaanu du'uutti gaabbuun of ajjeesee?

  14. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  15. Loltuun Israa'el siidaa Durboo Maaramiitti tamboo afaan kaa'e dheekkamsa kaase

  16. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  17. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  18. Oduu Ijoo

  19. Biyyi ​​Islaamaa nukilera hidhattee, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu eenyu?

  20. Oduu ijoo