Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hoggantoota olaanoo Iraan 20 guyyoota 20 keessatti ajjeefaman

  2. Iraanirratti ejjennoon Tiraamp kami: Marii, dippilomaasiimoo doorsisa?

  3. Biyyoota Galoo Galaanaa maaltu haaloo bahuuf isaan kakaasuu danda'a?

  4. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  5. Biyyoota waraanni Ameerikaa itti duuletti maal maaltu ta'e?

  6. Rakkoo waraanni Iraan Chaayinaafi fedhiisheerratti uume

  7. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe

  8. Dhuguma akkaataa gosa dhiiga keenyaatiin soorata filannee nyaachuu dandeenyaa ?

  9. Ajajaan Humna Eegumsa Warraaqsa Iraan IRGC-QC Esmaayil Qaanii lubbuun jiruu?

  10. Gondor Kibbaatti haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin aanga'oonni ajjeefamuu bulchiinsi godinichaa beeksise

  11. Haleellaa Iraan buufataalee US irratti raawwatte kasaraa hangamii qaqqabsiise?

  12. Waraanni Iraan hogganaa Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un yaaddessaa?

  13. 'Bakka isaan dhokatan seenna': IS Somaaliyaa keessaa buqqifna

  14. Denmaark yoo US Giriinlaand kan weerartu ta'e dirree xiyyaaraa achi jiru barbadeessuuf karoorfatte

  15. Namoota 200 ol naannoo Somaaleetii baqatanii Moyyaalee qubatan maaltu mudate?